Ashamaa harka fuune jaalatamtoota fi kabajamtoota ilmaan oromoo. Applicationin kana kessaatti jechoota hayyootni oromoo dubbatan isiniif dhiheessinaa. Appin kun Jechoota hayyoota oromoo gosoota heddu kan qau yommuu ta’u , akkasumas hayyoota garagaratiin kan dhiyaateedha.